Ibroota 4:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, luba ol aanaa guddaa gara samiiwwaniitti seene, jechuunis Yesuus Ilma Waaqayyoo+ waan qabnuuf, amantii isa irratti qabnu ifatti labsuu keenya itti haa fufnu.+
14 Kanaafuu, luba ol aanaa guddaa gara samiiwwaniitti seene, jechuunis Yesuus Ilma Waaqayyoo+ waan qabnuuf, amantii isa irratti qabnu ifatti labsuu keenya itti haa fufnu.+