Maatewos 28:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yesuus isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: “Samii fi lafa irratti aangoon hundi anaaf kennameera.+ Mulʼata 3:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Akkuma ani injifadhee Abbaa koo wajjin teessoo isaa irra taaʼe,+ inni injifatu+ anaa wajjin teessoo koo irra akka taaʼu isaaf nan heyyama.+
18 Yesuus isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: “Samii fi lafa irratti aangoon hundi anaaf kennameera.+
21 Akkuma ani injifadhee Abbaa koo wajjin teessoo isaa irra taaʼe,+ inni injifatu+ anaa wajjin teessoo koo irra akka taaʼu isaaf nan heyyama.+