3Kanaafuu, yaa obboloota qulqullaaʼoo waamicha* isa samii irraa+ hirmaattan, Yesuus isa ergamaa fi luba ol aanaa+ taʼuu isaa amannee fudhanne sana yaadaa.
26 Luba ol aanaa amanamaa, qulqulluu, xurii hin qabne,+ cubbamoota irraa adda taʼee fi samiiwwan gararraatti ol kaafame+ akkasii qabaachuun keenya barbaachisaa dha.