Ibroota 12:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Yesuus isa araarsaa+ kakuu haaraa+ taʼe, akkasumas dhiiga facaafame isa karaa dhiiga Abeel irra caaluun dubbatutti+ dhihaattaniittu. Ibroota 13:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Waaqni nagaa inni tiksee hoolotaa isa guddicha+ jechuunis, Gooftaa keenya Yesuusiin dhiiga kakuu bara baraa wajjin duʼaa kaase,
24 Yesuus isa araarsaa+ kakuu haaraa+ taʼe, akkasumas dhiiga facaafame isa karaa dhiiga Abeel irra caaluun dubbatutti+ dhihaattaniittu.
20 Waaqni nagaa inni tiksee hoolotaa isa guddicha+ jechuunis, Gooftaa keenya Yesuusiin dhiiga kakuu bara baraa wajjin duʼaa kaase,