Anbaaqom 2:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Sababiin isaas, mulʼatichi yeroo isaaf murteeffame qaba,Inni gara xumura* isaatti ni ariifata, hin sobus. Utuma turee illee* eeggachuu kee itti fufi!*+ Sababiin isaas, inni shakkii tokko malee ni raawwatama. Hin turus! 2 Pheexiros 3:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Namoonni tokko tokko akka yaadanitti Yihowaan* waadaawwan gale raawwachuuf hin turu;+ kanaa mannaa, hundumtuu yaada akka geddarataniif malee, namni tokko illee akka badu waan hin barbaanneef isiniif jedhee obsa.+
3 Sababiin isaas, mulʼatichi yeroo isaaf murteeffame qaba,Inni gara xumura* isaatti ni ariifata, hin sobus. Utuma turee illee* eeggachuu kee itti fufi!*+ Sababiin isaas, inni shakkii tokko malee ni raawwatama. Hin turus!
9 Namoonni tokko tokko akka yaadanitti Yihowaan* waadaawwan gale raawwachuuf hin turu;+ kanaa mannaa, hundumtuu yaada akka geddarataniif malee, namni tokko illee akka badu waan hin barbaanneef isiniif jedhee obsa.+