-
Baʼuu 1:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 akkanas isaaniin jedhe: “Dubartoota Ibrootaa yommuu deessistanii+ fi barcuma daʼumsaa irra taaʼanii yommuu isaan argitan, daaʼimni sun dhiira yoo taʼe ajjeesaa; durba yoo taate garuu lubbuudhaan haa jiraattu.”
-
-
Baʼuu 1:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Dhuma irrattis Faraʼoon, “Ilma Ibrootaa reefuu dhalate kam iyyuu Laga Abbayyaa keessatti gataa; durba tam iyyuu garuu lubbuudhaan dhiisaa” jedhee saba isaa hundumaa ajaje.+
-