LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 12:21-23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Museenis yeruma sana jaarsolii Israaʼel+ hundumaa waamee akkana isaaniin jedhe: “Dhaqaa, maatiiwwan keessan hundumaatiif horiiwwan xobbaallaa taʼan* filadhaatii aarsaa Faasikaa qalaa. 22 Achiis dhiiga isa saanii keessa jiru keessa hidhaa hiisoophii tokko cuuphaatii gubanii balbalaa isa olii fi maqaanii lamaan irratti dhiigicha facaasaa; isin keessaa namni tokko illee hamma ganamaatti balbala mana isaa keessaa gad baʼuu hin qabu. 23 Achiis Yihowaan yommuu warra Gibxii dhaʼuuf darbutti, gubanii balbalaa isa olii fi maqaanii lamaan irratti dhiigicha yommuu argu, Yihowaan dhugumaan balbalicha bira ni darba; inni dhaʼichi duʼaa* sun gara manneen keessanitti akka seenu hin heyyamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi