Roomaa 8:18, 19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Sababiin isaas, rakkinni yeroo ammaatti nu irra gaʼu, ulfina isa nu irratti mulʼachuuf jiruu wajjin yommuu wal bira qabamu homaatti iyyuu hin lakkaaʼamu.+ 19 Uumamni mulʼachuu ilmaan Waaqayyoo hawwii guddaadhaan eeggachaa jira.+ 2 Qorontos 6:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “‘Ani abbaa isiniif nan taʼa,+ isin immoo ilmaanii fi ijoollee durbaa naaf taatu’+ jedha Yihowaan* Inni Hundumaa Dandaʼu.”
18 Sababiin isaas, rakkinni yeroo ammaatti nu irra gaʼu, ulfina isa nu irratti mulʼachuuf jiruu wajjin yommuu wal bira qabamu homaatti iyyuu hin lakkaaʼamu.+ 19 Uumamni mulʼachuu ilmaan Waaqayyoo hawwii guddaadhaan eeggachaa jira.+
18 “‘Ani abbaa isiniif nan taʼa,+ isin immoo ilmaanii fi ijoollee durbaa naaf taatu’+ jedha Yihowaan* Inni Hundumaa Dandaʼu.”