Yohaannis 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, Dubbichi foon taʼee+ nu gidduu jiraate; nutis ulfina isaa argine; ulfinni kunis ulfina akka ilmi tokkichi+ Abbaa irraa argatuu ti; inni gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture. Yohaannis 17:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kanaafuu, yaa Abbaa, ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.+
14 Kanaafuu, Dubbichi foon taʼee+ nu gidduu jiraate; nutis ulfina isaa argine; ulfinni kunis ulfina akka ilmi tokkichi+ Abbaa irraa argatuu ti; inni gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture.
5 Kanaafuu, yaa Abbaa, ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.+