18 Haa taʼu malee, ani wanta na barbaachisu hundumaa qaba; hamma na barbaachisu caalaa iyyuu qaba. Wanta isin naaf ergitan isa urgaa gaarii qabu,+ aarsaa fudhatama qabuu fi Waaqayyoon gammachiisu Ephaafrodixos+ irraa waanan fudhadheef wanti hundi naaf guutameera.