-
Hojii Ergamootaa 27:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Dooniidhaan gara Xaaliyaanii akka dhaqnu waan murteeffameef,+ Phaawulosii fi hidhamtoota tokko tokko ajajaa dhibbaa Yuuliyoos isa miseensa kutaa loltootaa Awugusxos taʼetti dabarsanii kennan.
-