-
Iyyoob 1:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Akkuma tasaas bubbeen cimaan tokko lafa onaatii dhufee golee manichaa arfan rukute; manichis ijoollee kee irratti jigee isaan ajjeese. Kan miliqe ana qofa dha; kunoo, amma sitti himuuf dhufeera.”
-