-
Ibroota 3:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Yaa obbolootaa, isin keessaa namni kam iyyuu Waaqa isa jiraataa irraa fagaachuudhaan garaa hamaa amantii hin qabne akka hin qabaanne of eeggadhaa;+ 13 kanaa mannaa, isin keessaa namni kam iyyuu humna cubbuun gowwoomsuuf qabuun mata jabeessa akka hin taaneef, yeroon “Harʼa”+ jedhamee waamamu utuu jiruu, guyyaa hundumaa wal jajjabeessuu keessan itti fufaa.
-