Baʼuu 31:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yihowaan guyyaa jaʼa keessatti samii fi lafa erga uumee booda guyyaa torbaffaatti waan boqotee fi waan gammadeef,+ sanbanni anaa fi saba Israaʼel gidduutti mallattoo dhaabbataa dha.’”+
17 Yihowaan guyyaa jaʼa keessatti samii fi lafa erga uumee booda guyyaa torbaffaatti waan boqotee fi waan gammadeef,+ sanbanni anaa fi saba Israaʼel gidduutti mallattoo dhaabbataa dha.’”+