-
1 Tasalonqee 2:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Nutis utuu wal irraa hin kutin Waaqayyoon kan galateeffannu kanaafi;+ sababiin isaas, isin dubbii Waaqayyoo isa nu irraa dhageessan sana yommuu fudhattan, akka dubbii namaatti utuu hin taʼin, akka dubbii Waaqayyootti fudhattan; inni dhuguma dubbii Waaqayyoo ti; isin warra amantoota taatan keessattis hojjechaa jira.
-