Ibroota 7:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Luba ol aanaa amanamaa, qulqulluu, xurii hin qabne,+ cubbamoota irraa adda taʼee fi samiiwwan gararraatti ol kaafame+ akkasii qabaachuun keenya barbaachisaa dha. 1 Pheexiros 2:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Inni cubbuu tokko illee hin hojjenne,+ dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne.+
26 Luba ol aanaa amanamaa, qulqulluu, xurii hin qabne,+ cubbamoota irraa adda taʼee fi samiiwwan gararraatti ol kaafame+ akkasii qabaachuun keenya barbaachisaa dha.