LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:34-37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Ani garuu isinitti nan hima, matumaa hin kakatinaa;+ samiitti hin kakatinaa, inni teessoo Waaqayyoo ti; 35 lafattis hin kakatinaa, ishiin ejjeta miila isaa ti;+ yookiin Yerusaalemitti hin kakatinaa, ishiin magaalaa Mootii isa guddaa ti.+ 36 Mataa keetiinis hin kakatin, ati rifeensa tokkittii illee adii yookiin gurraacha gochuu hin dandeessu. 37 Dubbiin keessan ‘Eeyyee’ yoo taʼe eeyyee, ‘Lakki’ yoo taʼe lakki haa taʼu;+ kanaan ala kan taʼe kan isa hamaa sanaa ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi