1 Mootota 18:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Kanaafuu, Ahaab nyaachuu fi dhuguuf ol ni baʼe; yeroo kanatti Eeliyaas gara fiixee Qarmeelositti ol baʼee quphanee fuula isaa jilba isaa lamaan gidduu galchee ture.+ 1 Mootota 18:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Kana gidduutti samiin duumessaan ni gurraachaʼe; bubbeen ni bubbise; bokkaa cimaanis ni roobe;+ Ahaabis gaarii fardaa isaa yaabbatee gara Yezriʼelitti+ qajeele.
42 Kanaafuu, Ahaab nyaachuu fi dhuguuf ol ni baʼe; yeroo kanatti Eeliyaas gara fiixee Qarmeelositti ol baʼee quphanee fuula isaa jilba isaa lamaan gidduu galchee ture.+
45 Kana gidduutti samiin duumessaan ni gurraachaʼe; bubbeen ni bubbise; bokkaa cimaanis ni roobe;+ Ahaabis gaarii fardaa isaa yaabbatee gara Yezriʼelitti+ qajeele.