Maatewos 7:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kanaafuu, isin hamoota taatanii utuu jirtanii ijoollee keessaniif kennaa gaarii kennuu erga beektanii, Abbaan keessan inni samii immoo warra isa kadhataniif wanta gaarii+ caalchisee hin kennuu ree?+
11 Kanaafuu, isin hamoota taatanii utuu jirtanii ijoollee keessaniif kennaa gaarii kennuu erga beektanii, Abbaan keessan inni samii immoo warra isa kadhataniif wanta gaarii+ caalchisee hin kennuu ree?+