Ermiyaas 31:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Yihowaan inniGuyyaa ifa akka kennituuf aduu tolche,Halkan ifa akka kennaniifis seerawwan* addeessaa fi urjiilee qopheesse,Inni galaana sochoosee dambaliiwwan isaa warraaqsu,Inni maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe akkana jedha:+ 2 Qorontos 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sababiin isaas, “Dukkana keessaa ifni haa ifu”+ kan jedhe Waaqayyo dha; inni beekumsa Waaqayyoo isa ulfina qabeessa taʼe sana karaa fuula Kiristoos garaa keenya irratti ibseera.+
35 Yihowaan inniGuyyaa ifa akka kennituuf aduu tolche,Halkan ifa akka kennaniifis seerawwan* addeessaa fi urjiilee qopheesse,Inni galaana sochoosee dambaliiwwan isaa warraaqsu,Inni maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe akkana jedha:+
6 Sababiin isaas, “Dukkana keessaa ifni haa ifu”+ kan jedhe Waaqayyo dha; inni beekumsa Waaqayyoo isa ulfina qabeessa taʼe sana karaa fuula Kiristoos garaa keenya irratti ibseera.+