Qolosaayis 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Amma garuu dheekkamsa, aarii, hamminaa+ fi arrabsoo+ hundumaa of irraa fageessaa; dubbiin nama qaanessus+ afaan keessan keessaa hin baʼin. 1 Pheexiros 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, hammina hundumaa, gowwoomsaa, fakkeessaa, hinaaffaa fi hamii hundumaa of irraa fageessaa.+
8 Amma garuu dheekkamsa, aarii, hamminaa+ fi arrabsoo+ hundumaa of irraa fageessaa; dubbiin nama qaanessus+ afaan keessan keessaa hin baʼin.
2 Kanaafuu, hammina hundumaa, gowwoomsaa, fakkeessaa, hinaaffaa fi hamii hundumaa of irraa fageessaa.+