1 Qorontos 14:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yaa obbolootaa, hubannaa keessaniin daaʼimman hin taʼinaa;+ kanaa mannaa, wanta hamaadhaaf daaʼimman taʼaa;+ hubannaa keessaniinis gaʼeessota taʼaa.+ Efesoon 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 kunis hamma hundi keenya tokkummaa isa amantii fi waaʼee Ilma Waaqayyoo beekumsa sirrii qabaachuudhaan argamu bira geenyutti, akkasumas hamma bilchaatoo taanutti,+ jechuunis akkuma Kiristoos hamma bilchina guutuu bira geenyutti dha.
20 Yaa obbolootaa, hubannaa keessaniin daaʼimman hin taʼinaa;+ kanaa mannaa, wanta hamaadhaaf daaʼimman taʼaa;+ hubannaa keessaniinis gaʼeessota taʼaa.+
13 kunis hamma hundi keenya tokkummaa isa amantii fi waaʼee Ilma Waaqayyoo beekumsa sirrii qabaachuudhaan argamu bira geenyutti, akkasumas hamma bilchaatoo taanutti,+ jechuunis akkuma Kiristoos hamma bilchina guutuu bira geenyutti dha.