LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 39:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Ani, “Arraba kootiin cubbuu hojjechuu irraa fagaachuuf,+

      Tarkaanfii koo nan eeggadha.

      Namni hamaan kam iyyuu na dura hamma jirutti,

      Afaan koo hidhee nan eeggadha” nan jedhe.+

  • Fakkeenya 12:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Dubbiin utuu itti hin yaadamin dubbatamu akkuma goraadee nama waraana,

      Arrabni ogeessotaa garuu nama fayyisa.+

  • Fakkeenya 15:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Arrabni ogeeyyii beekumsatti akka gaariitti fayyadama,+

      Afaan gowwootaa garuu gowwummaa gad yaasa.

  • 1 Pheexiros 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Namni jireenya jaallatuu fi guyyoota gaarii arguu barbaadu kam iyyuu arraba isaa wanta hamaa irraa,+ afaan isaas gowwoomsaa dubbachuu irraa haa eegu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi