Fakkeenya 16:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Namni gatii hin qabne wanta hamaa taʼe qotee baasa;+Dubbiin isaa akka ibidda waxaluu ti.+ Maatewos 12:36, 37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Ani isinitti nan hima, namoonni dubbii gatii hin qabne dubbatan hundumaatiif Guyyaa Murtiitti itti gaafatamu;+ 37 sababiin isaas, dubbii keetiin qajeelaa jedhamta; akkasumas dubbii keetiin sitti murteeffama.”
36 Ani isinitti nan hima, namoonni dubbii gatii hin qabne dubbatan hundumaatiif Guyyaa Murtiitti itti gaafatamu;+ 37 sababiin isaas, dubbii keetiin qajeelaa jedhamta; akkasumas dubbii keetiin sitti murteeffama.”