-
Faarfannaa 39:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Namni hamaan kam iyyuu na dura hamma jirutti,
Afaan koo hidhee nan eeggadha” nan jedhe.+
-
-
Maatewos 15:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Wanta afaan namaa keessaa baʼutu nama xureessa malee, wanti afaan namaa seenu nama hin xureessu.”+
-
-
Maatewos 15:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Haa taʼu malee, wanti afaan namaa keessaa baʼu kam iyyuu garaa keessaa baʼa; nama kan xureessu kana dha.+
-
-
Maarqos 7:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Wantoonni hamoon kun hundi keessa namaatii baʼu; nama tokko kan xureessanis wantoota kana dha.”
-