Maatewos 7:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Firii isaaniitiin adda baastanii isaan beektu. Namoonni qoree irraa firii wayinii yookiin sokorruu irraa firii harbuu funaanuu dandaʼuu ree?+
16 Firii isaaniitiin adda baastanii isaan beektu. Namoonni qoree irraa firii wayinii yookiin sokorruu irraa firii harbuu funaanuu dandaʼuu ree?+