LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 13:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Gadhiisiidhaan,* machiidhaan, saalqunnamtii naamusaan ala taʼeen, addaggummaadhaan,*+ lolaan, akkasumas hinaaffaadhaan utuu hin taʼin,+ akka ifa guyyaatiin deddeebinutti naamusaan haa deddeebinu.+

  • 1 Qorontos 3:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 sababiin isaas, isin amma iyyuu nama foonii ti.+ Hinaaffaa fi lolli gidduu keessan jiraachuun isaa, nama foonii akka taatanii+ fi akka namoota addunyaatti deddeebiʼaa akka jirtan kan argisiisu mitii?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi