Maatewos 5:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Warri nagaa uuman*+ gammadoo dha; isaan ilmaan Waaqayyoo ni jedhamu. 1 Pheexiros 3:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Wanta hamaa irraa deebiʼee+ wanta gaarii haa raawwatu;+ nagaa haa barbaadu, duukaas haa buʼu.+