Efesoon 4:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Diyaabilosiif carraa* hin kenninaa.+ Efesoon 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Malawwan haxxummaa Diyaabilos mormitanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, meeshaa waraanaa guutuu isa Waaqayyo biraa argamu uffadhaa;+
11 Malawwan haxxummaa Diyaabilos mormitanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, meeshaa waraanaa guutuu isa Waaqayyo biraa argamu uffadhaa;+