2 Qorontos 4:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sababiin isaas, rakkinni* nu irra gaʼu yeroo muraasaaf kan turuu fi salphaa taʼus, ulfina caalaatti dabalaa deemuu* fi bara baraaf jiraatu nuuf argamsiisa;+ 2 Ximotewos 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Eeyyee, namoonni Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaachuudhaan Waaqayyoof kan bulan taʼanii jiraachuu barbaadan hundi ni ariʼatamu.+
17 Sababiin isaas, rakkinni* nu irra gaʼu yeroo muraasaaf kan turuu fi salphaa taʼus, ulfina caalaatti dabalaa deemuu* fi bara baraaf jiraatu nuuf argamsiisa;+
12 Eeyyee, namoonni Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaachuudhaan Waaqayyoof kan bulan taʼanii jiraachuu barbaadan hundi ni ariʼatamu.+