2 Tasalonqee 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Haa taʼu malee, isin warri rakkinni irra gaʼe, Gooftaan keenya Yesuus yeroo maleekota isaa+ humna guddaa qabanii wajjin samii irraa mulʼatu nuu wajjin boqonnaa isiniif kenna;+
7 Haa taʼu malee, isin warri rakkinni irra gaʼe, Gooftaan keenya Yesuus yeroo maleekota isaa+ humna guddaa qabanii wajjin samii irraa mulʼatu nuu wajjin boqonnaa isiniif kenna;+