LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Namni isin gidduu jiru kam iyyuu, akka amantii Waaqayyo isaaf kennetti,* sammuu fayyaa akka qabu karaa argisiisuun akka yaadu malee,+ hamma yaaduu qabu caalaa waaʼee ofii isaa akka hin yaanne gaarummaa guddaa naaf kennameen isinan gorsa.+

  • 1 Ximotewos 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, ilaaltuu ol aanaan himata irraa walaba kan taʼe, haadha manaa takkittii kan qabu, barsiifata madaalamaa kan qabu, sirriitti kan yaadu,*+ seera qabeessa, keessummaa kan simatu,+ barsiisuuf gaʼumsa kan qabu,+

  • Tiitoo 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Haaluma wal fakkaatuun, dhiironni dargaggoota taʼan sirriitti kan yaadan+ akka taʼan gorsi;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi