1 Tasalonqee 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kanaafuu, akka warra kaanii rafuu dhiisnee+ dammaqinaan haa jiraannu,+ akkasumas dandeettii hubannaa keenya haa eeggannu.+
6 Kanaafuu, akka warra kaanii rafuu dhiisnee+ dammaqinaan haa jiraannu,+ akkasumas dandeettii hubannaa keenya haa eeggannu.+