Yohaannis 17:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kanaafuu, yaa Abbaa, ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.+ Efesoon 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 nuti isa duratti jaalalaan qulqulluu fi mudaa kan hin qabne+ akka taanutti, addunyaan hundeeffamuu isaa dura isaa* wajjin tokkummaa akka qabaannuuf nu filateera.
5 Kanaafuu, yaa Abbaa, ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.+
4 nuti isa duratti jaalalaan qulqulluu fi mudaa kan hin qabne+ akka taanutti, addunyaan hundeeffamuu isaa dura isaa* wajjin tokkummaa akka qabaannuuf nu filateera.