Efesoon 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 isin yeroo tokkotti dukkana turtan; amma garuu Gooftaa wajjin haala wal qabateen ifa taataniittu.+ Akka ijoollee ifaatti deddeebiʼuu keessan itti fufaa; Qolosaayis 1:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Inni aangoo dukkanaa jalaa nu oolchee+ gara mootummaa Ilma isaa isa jaallatamaatti nu ceesise;
8 isin yeroo tokkotti dukkana turtan; amma garuu Gooftaa wajjin haala wal qabateen ifa taataniittu.+ Akka ijoollee ifaatti deddeebiʼuu keessan itti fufaa;