Roomaa 12:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Eenyuuf iyyuu hamaa hamaadhaan hin deebisinaa.+ Wanta namoota hundumaa duratti gaarii taʼe hojjedhaa. 1 Ximotewos 3:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kana malees, akka hin komatamnee* fi kiyyoo Diyaabilos keessatti akka hin kufneef namoota alaa birattis maqaa gaarii kan qabu taʼuu qaba.+
17 Eenyuuf iyyuu hamaa hamaadhaan hin deebisinaa.+ Wanta namoota hundumaa duratti gaarii taʼe hojjedhaa.
7 Kana malees, akka hin komatamnee* fi kiyyoo Diyaabilos keessatti akka hin kufneef namoota alaa birattis maqaa gaarii kan qabu taʼuu qaba.+