LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 13:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Bulchitoonni kan sodaachisan namoota wanta gaarii hojjetan utuu hin taʼin, namoota wanta gadhee hojjetani dha.+ Nama aangoo qabu akka hin sodaanne ni barbaaddaa? Wanta gaarii hojjechuu kee itti fufi;+ isa biraas galata ni argatta; 4 sababiin isaas, inni tajaajilaa Waaqayyoo faayidaa keetiif muudame dha. Haa taʼu malee, inni goraadee kan hidhate kaayyoo malee waan hin taaneef, wanta gadhee yoo hojjette sodaadhu. Inni tajaajilaa Waaqayyoo nama wanta gadhee hojjetutti dheekkamee* haaloo baʼu dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi