Galaatiyaa 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kiristoos bilisa kan nu baase bilisummaa akkasii akka argannuufi. Kanaafuu, jabaadhaa dhaabbadhaa;+ deebitaniis waanjoo garbummaa jala of hin galchinaa.+
5 Kiristoos bilisa kan nu baase bilisummaa akkasii akka argannuufi. Kanaafuu, jabaadhaa dhaabbadhaa;+ deebitaniis waanjoo garbummaa jala of hin galchinaa.+