-
1 Yohaannis 2:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Namni obboleessa isaa jaallatu ifa keessa jiraata,+ wanti gufachiisu tokko iyyuu isa keessa hin jiru.
-
-
1 Yohaannis 4:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Nuti ajaja kana isa biraa fudhanneerra, namni Waaqayyoon jaallatu hundi obboleessa isaas jaallachuu qaba.+
-