LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 6:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Isin garboonni, akkuma Kiristoosiif ajajamtan sodaadhaan, akkasumas romʼuudhaan garaa qulqulluudhaan gooftolii keessaniif ajajamaa;+

  • Qolosaayis 3:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Isin garboonnis namoota gammachiisuuf jecha yeroo isaan isin ilaalanitti qofa* utuu hin taʼin, garaa qulqulluu fi Yihowaa* sodaachuudhaan waan hundumaatiin gooftolii keessaniif ajajamaa.+

  • 1 Ximotewos 6:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Maqaan Waaqayyoo fi barumsichi matumaa akka hin arrabsamneef,+ warri waanjoo garbummaa jala jiran gooftoliin isaanii ulfina guutuu argachuu akka qabanitti haa ilaalan.+

  • Tiitoo 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Warri garboota taʼan karaa hundumaatiin gooftolii isaaniitiif haa bitaman;+ kanas isaan gammachiisuuf yaaluudhaan, isaan falmuu dhiisuudhaan,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi