1 Qorontos 6:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 sababiin isaas, isin gatiidhaan bitamtaniittu.+ Kanaafuu, karaa hundumaatiin qaama keessaniin+ Waaqayyoof ulfina kennaa.+
20 sababiin isaas, isin gatiidhaan bitamtaniittu.+ Kanaafuu, karaa hundumaatiin qaama keessaniin+ Waaqayyoof ulfina kennaa.+