Roomaa 13:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Gadhiisiidhaan,* machiidhaan, saalqunnamtii naamusaan ala taʼeen, addaggummaadhaan,*+ lolaan, akkasumas hinaaffaadhaan utuu hin taʼin,+ akka ifa guyyaatiin deddeebinutti naamusaan haa deddeebinu.+
13 Gadhiisiidhaan,* machiidhaan, saalqunnamtii naamusaan ala taʼeen, addaggummaadhaan,*+ lolaan, akkasumas hinaaffaadhaan utuu hin taʼin,+ akka ifa guyyaatiin deddeebinutti naamusaan haa deddeebinu.+