-
Keessa Deebii 7:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Haa taʼu malee, inni warra isa jibban ifatti balleessuudhaan gatii isaanii isaaniif ni kenna.+ Inni warra isa jibbaniif hin obsu; kanaa mannaa ifatti gatii isaanii isaaniif kenna.
-
-
2 Tasalonqee 1:7-9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Haa taʼu malee, isin warri rakkinni irra gaʼe, Gooftaan keenya Yesuus yeroo maleekota isaa+ humna guddaa qabanii wajjin samii irraa mulʼatu nuu wajjin boqonnaa isiniif kenna;+ 8 inni samii irraa kan mulʼatu ibidda bobaʼuun yeroo taʼu, warra Waaqayyoon hin beeknee fi misiraachoo waaʼee Gooftaa keenya Yesuus ibsuuf hin ajajamne irratti haaloo ni baʼa.+ 9 Isaan Gooftaa fi humna isaa isa ulfina qabeessa duraa fageeffamanii, badiisa bara baraatiin adabamu;+
-