-
Isaayyaas 34:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Raayyaan samiiwwanii hundi ni tortora,
Samiiwwanis akkuma maraa kitaabaatti ni maramu.
Akkuma baala coolligee muka wayinii irraa harcaʼuutti,
Akkuma harbuu shuntuuree muka harbuu irraa harcaʼuuttis
Raayyaan isaanii hundi ni harcaʼa.
-