Yohaannis 17:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 kanan kadhadhus, hundi isaanii tokko akka taʼaniif,+ yaa Abbaa, akkuma ati anaa wajjin tokkummaa qabduu fi anis sii wajjin tokkummaa qabu,+ isaanis nuu wajjin tokkummaa akka qabaataniifi; kunis addunyaan akka ati na ergite akka amanuufi.
21 kanan kadhadhus, hundi isaanii tokko akka taʼaniif,+ yaa Abbaa, akkuma ati anaa wajjin tokkummaa qabduu fi anis sii wajjin tokkummaa qabu,+ isaanis nuu wajjin tokkummaa akka qabaataniifi; kunis addunyaan akka ati na ergite akka amanuufi.