Efesoon 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 yeroo sanatti akka sirna* addunyaa kanaatti,+ akka bulchaa aangoo qilleensichaatti+ deddeebiʼaa turtan; kunis hafuura+ isa amma warra hin ajajamne irratti hojjechaa jiru dha.
2 yeroo sanatti akka sirna* addunyaa kanaatti,+ akka bulchaa aangoo qilleensichaatti+ deddeebiʼaa turtan; kunis hafuura+ isa amma warra hin ajajamne irratti hojjechaa jiru dha.