LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 12:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Wanta gaarii, wanta fudhatama qabuu fi fedhii Waaqayyoo isa mudaa hin qabne mirkaneeffachuu+ akka dandeessaniif,+ sammuu keessan haaressuudhaan jijjiiramaa malee, sirni* kun dhiibbaa akka isin irratti godhu* hin heyyaminaa.

  • 1 Qorontos 7:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 warri addunyaatti fayyadaman akka warra guutummaatti itti hin fayyadamnee haa taʼan; sababiin isaas, doʼiin addunyaa kanaa jijjiiramaa jira.

  • Tiitoo 2:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sababiin isaas, gaarummaan Waaqayyoo inni guddaan inni akaakuu namootaa hundumaatiif fayyina argamsiisu mulʼifameera.+ 12 Innis wanta fedhii Waaqayyoo wajjin wal faallessuu fi hawwii addunyaa+ irraa akka fagaannu, sirna* ammaa kana keessatti+ sirriitti yaaduudhaan, qajeelummaadhaan, akkasumas Waaqayyoof buluudhaan akka jiraannu nu leenjisa;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi