1 Yohaannis 4:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namni Yesuus Ilma Waaqayyoo taʼuu isaa amanee fudhatu+ kam iyyuu, Waaqayyo nama akkasii wajjin tokkummaadhaan ni jiraata; innis Waaqayyoo wajjin tokkummaadhaan ni jiraata.+
15 Namni Yesuus Ilma Waaqayyoo taʼuu isaa amanee fudhatu+ kam iyyuu, Waaqayyo nama akkasii wajjin tokkummaadhaan ni jiraata; innis Waaqayyoo wajjin tokkummaadhaan ni jiraata.+