1 Pheexiros 1:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Isin karaa dubbii Waaqa isa jiraataa taʼee fi yeroo hundumaa jiraatuun,+ akka haaraatti kan dhalattan,+ sanyii tortoruun utuu hin taʼin sanyii hin tortorreen*+ ture. 1 Yohaannis 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Obboloota jaallatamo, wal jaallachuu keenya itti haa fufnu;+ sababiin isaas, jaalalli Waaqayyo irraa madda; namni jaalala qabu hundi Waaqayyo irraa kan dhalate yeroo taʼu, Waaqayyoon ni beeka.+
23 Isin karaa dubbii Waaqa isa jiraataa taʼee fi yeroo hundumaa jiraatuun,+ akka haaraatti kan dhalattan,+ sanyii tortoruun utuu hin taʼin sanyii hin tortorreen*+ ture.
7 Obboloota jaallatamo, wal jaallachuu keenya itti haa fufnu;+ sababiin isaas, jaalalli Waaqayyo irraa madda; namni jaalala qabu hundi Waaqayyo irraa kan dhalate yeroo taʼu, Waaqayyoon ni beeka.+