1 Yohaannis 5:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Namni Waaqayyo irraa dhalate kam iyyuu cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna; inni Waaqayyo irraa dhalate sun* isa eega, inni hamaan sun homaa isa gochuu hin dandaʼu.*+
18 Namni Waaqayyo irraa dhalate kam iyyuu cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna; inni Waaqayyo irraa dhalate sun* isa eega, inni hamaan sun homaa isa gochuu hin dandaʼu.*+